Welcome to Fana Media Corporation S.C

Wait 5 sec.

Maanchister Yunaayitid fi Evertan Walqixa Ba’anFinfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Torban sadaffaa Piriimer Liigii Ingiliziin, Maanchister Yunaayitid fi Evertan galchii 2-2n walqixa ba’aniiru.Maanchister Yunaayitidiif Biriyaan IMbeemoo fi Benjaamin Sheeshkoo galchiiwwan lakkoofsisaniiru.Evertaniif ammoo Taayrik Joorji fi Miitlaand Neels galchaniiru.#Oromia #Ethiopia