Tajaajilii giddugala tokkoomasoob naannoo hundaattii egalamee jira – Dooktar Makuriyaa Haaylee

Wait 5 sec.

Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC) – Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira jedhan Komiishineerri Komiishinii Siivil Sarvisii Federaalaa – Dooktar Makuriyaa HaayleeWaltajjjiin rifoormii kennaa tajaajilaa irrattii xiyyeefatee naannoo harariitti egalamee jira. Komiishinarri koomiishinii siivil Sarvisii Federaalaa Dooktar Makuriyaa Haaylee waltajjicha irratti ergaa dabarsaniin, tajajilaa itti quufiinsa qabu mirkaneessuuf hojii akka biyyaatti hojjatamaa jiruun tajaajila si’ataa fi dhaqqabamaa hawaasa biraan ga’uun danda’amee jira kan jedhan.Dooktar Makuriyaa Haayleen tajaajilli iddoo tokkoo Masoob naannoolee hundattii banamee tajaajila si’aataa kennaa jirachuu ibsan.Imaammatoinni mootummaa waraqaa irraa gara hojii qabatamaatti jijjiiramanii dhaabbileen tajaajila itti quufinsa qabu akka kennan taasisuu kessaattii ga’een siivil sarviisii guddaa dha kan jrdhaan ammoo hogantuu biiroo siivil sarviisii naannoo Hararii adde Joordaan Isaaqi.Hojiin komiishinichaa ittii aanu rifoormii kenna tajaajilaa teknooloojiin cimsuu ta’uun waltajjicha irratti ibsameera. Yaasiin Shamsuddintu gabaase#Oromia #Ethiopia