Dooktar Geediyoon Ergamaa Addaa Chaayinaa dhimmoota Afrikaa waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2019 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ergamaa Addaa Chaayinaa dhimmoota Afrikaa Liyuu Shiyanfaa waliin mari’ataniiru.Dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti mari’ataniiru.Dooktar Geediyoon haala waqtaawaa nageenyaa fi tasgabbii Gaanfa Afrikaa ilaalchisee ergamichaaf ibsa taasisaniiru.Liyuu Shiyanfan gama isaaniin, Chaayinaan Afrikaatti nageenyaa fi tasgabbii waaressuuf gahee ishee bahachuuf murannoo qabaachuu mirkaneessaniiru.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa