Artistiin seenaa muuziqaa raappii keessatti beekamaa ta'e Tupaak Shakuur erga ajjeefamee waggaa 30 gaheera.Kan nama ajaa'ibu garuu, duuti isaa iccitii, yaadota shiraa fi gaaffiiwwan deebii hin qabneen marfamee ture.