Ameerikaan AGOA hanga 2028tti dheeressite, Itoophiyaan carraa itti deebi'uu qabdii?

Wait 5 sec.

Kongireesiin Ameerikaa sagantaa daldalaa qaraxa irraa bilisaa AGOA hanga Muddee 31, 2028tti akka itti fufu murteesseera.Haa ta'u malee, Itoophiyaan biyyoota saganticha irraa faayidaman keessatti hammatamuuf carraan qabdu ammallee mirkanaa'aa miti