Barattoota akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan lamaan..

Wait 5 sec.

Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO irraa qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 591.6 fidedha.Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun akka biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa qabateera.Saayinsii Hawaasaan immoo Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsaa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti argama.Tsahaay Gulummaatiin.