'Sababa Finfinneef reebameen osoon digrii qabuu qubaan mallatteessa' - Bars. Mokonnin Ajjamaa

Wait 5 sec.

Barsiisaa Mokonnin Ajjamaa dhalootan nama aanaa Meettaa Walqixxeeti. Barataa sadarkaa lammaffaa gaafa turan sochii siyaasaa eegale. Reebicha hamaa gaafa barataa ture irratti raawwatame fayyaa isaa gaaga'ee manatti isa hambisuu dubbata.