Itoophiyaa biyya Afrikaa keessaa loonin beekamtutti gatiin foonii maaliif qaalii ta'e?

Wait 5 sec.

Aadaa nyaata Itoophiyaa keessatti foon heddumminaan kan sooratamu yoo ta'u, gatiinsaa garuu yeroo gara yerotti dabalaa deemuun gaaffii kaasaa jira. Keessumaa magaalaa Finfinnee keessatti yeroo gabaabaa keessatti gatiin foonii garmalee dabale jedhamuun miidiyaa hawaasaa irratti namuu wal-harkaa fuudhee irraa dubbataa jira.