Dooktar Abiy Ahimad Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob Goondar daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob Goondar daawwataniiru.Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon, Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaammaa fi hoggantoota olaanoo biroo waliin ta’uun Tajaajila Giddu Gala Iddoo Tokkoo Masoob Goondar daawwataniiru.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa