Sirni badhaasa Baaloondoorii har’a gaggeeffama

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2019 (FMC) – Sirni badhaasa Baaloondoorii 2026 har’a Magaalaa Landanitti gaggeeffama.Harii Keen, Kiiliyaam Mibaappee, Laamiin Yaamaalii fi Osimaan Deembeeleen taphoota bara kana badhaasicha ni injifatuun tilmaama olaanaa argataniidha.Liyooneel Meesii, Jiid Beeliingihaam, Oliisee, Haalaandi, Deeklaan Raayis, Kivaaretiskeeliyaa, Viinishis Juuniyer, Roodirii fi Biruunoo Fernaandees dabalatee taphattoonni 30 baadhaasichaaf kaadhimamaniiru.Sirni badhaasaa yeroo 70ffaa gaggeeffamu kun har’a halkan sa’aatii 3:00 eegalee Magaalaa Landanitti gaggeeffama.Sagantaan kun yeroo jalqabaaf Faraansaayin alatti kan gaggeeffamu ta’a.Liyooneel Meesiin yeroo 8, Kiristiyaanoo Roonaaldoon ammoo yeroo 5 injifachuun taphattoota seenaa qabaniidha.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa