Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa baga geessanii dabarsan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.Itiyoophiyaanota hundaan baga ayyaana bara haaraa 2019 nagaan geessan jedhan.Barri haaraan kan nageenyaa, jaalalaa, gammachuu fi eebbaa akka ta’u hawwaniiru.#Oromia #Ethiopia