AI'n nama 'lafa irraa fixuuf' deemaa?qorannoon waan argisiisu qaba

Wait 5 sec.

Qorataan hubannoo namtolchee Jeekob Kaaksan, “hubannoon namtolchee beekumsa olaanaa qabuufi ofiin of fooyyessu hojjechutti fiigaa jiru,dhaabbilee AI lubbuu keenyaanis tirgaa (qumaara) taphachaa jiru” jechuun hojii gadi dhiisuusaa beeksiseera. AI to’annoo namaan ala ta’uusaan yaaddoo kaasaa jira.