Saffisni Huutiin lafa to'achaa jirtuun waraana Iraan waliin deemaa jirutti balaa haaraa hamaa uumuu mala

Wait 5 sec.

Hidhattoonni Huutii mootummaa Iraaniin deegaraman saffisa cimaan kanaan guutummaa kibbaatti babal'achuun magaalaa gammoojji qarqara Yaman taate Tihamaah qabachuun isaanii waan aja'aabaati jedhamaa jira.