Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Sirni awwaalcha Ogeettii qabsoo fi kudhaama aartii Oromoo Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti raawwateera.Sirna awwaalcha akkaataa seenaa fi oolmaa ishee madaaluun raawwateera.Bakka maatii, firoottan, dinqisiifattonni, jiraattoonni magaalaa Amboofi naannawa ishee kumaatamaan lakkaa’aman argamanitti Mana Amantaa Kiristaanaa Iyasuus Ambootti raawwateera.#Oromia #Ethiopia