Ameerikaan doonii boba'aa Iraan rukkutte,Teehraan buufata US Yordaanos jiru haleeluun haaloo baate

Wait 5 sec.

Waraanni Ameerikaa dooniiwwan boba'aa Iraan shan irratti haleellaa raawwachuu ajajaan giddugaleessaa beeksise. Iraan ammoo buufata waraanaa Ameerikaa kan Yordaanos keessa jiru rukkutuun haaloo baateetti.