Magaalaa Finfinneetti guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira

Wait 5 sec.

Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Qaammeen 3 guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira.Biyya bu’uura cimtuu ijaaruun cimina dhaabbillee qofa osoo hin taane tokkummaa ummataa, itti gaafatamummaa fi hirmaannaa yoo ta’u, cichoominni yeroo qormaataa injifannoon bahuu, rakkoo keessatti abdii horachuun jijjiirama eegalame hanga xumuraatti milkeessudha.Qormaanni har’aa bu’uura injifannoo boruu waan ta’eef, waltumsuun, obsaa fi murannoon rakkoolee ce’uun boruu fooyya’aa ijaaruun dandeenya.#Oromia #Ethiopia