Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana haaraa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.Duudhaan gaariin kun yeroo idilee fi ayyaanaatti aadaa ta’ee itti fufuun kaleessaa hanga har’aatti ibstuu Itiyoophiyaanotaa ta’uuagarsiisa.