"Maatiin koo lubbuun jiraachuuf dhiisuusaanii hin beeku" - maatii qabsaa'ota Ertiraa waggaa 25 oliif mana hidhaa jiranii

Wait 5 sec.

Pheexroos Solomoon mana hidhaa Ertiraatti osoo hin darbatamin dura, Ministiira Ittisaa, Ministiira Dhimma Alaa, fi Hannaan abbanshee Pheexroos Solomoon waggaa 25 dura murtee mana murtii tokko malee mootummaa Ertiraan yeroo hidhamu isheefi obbolaanshee akkamitti abbaa malee akka hafan imimmaanin yaadatti.