Mariin marsaajalqabaaUS fi Iraan gidduuttigaggeeffamaa ture 'haala gaariin xumurame'

Wait 5 sec.

Mariin marsaa jalqabaa Ameerikaafi Iraan waliigaltee dhumaarra gahuuf jaarsummaa Qataariifi Paakistaanin Dilbata kaleessaa geggeeffamaa ture ‘’haala gaariin xumurame’’ jedhan mariisiftoonni.