Baay'ina teessoo Caffee Oromiyaa bu'aan filannoo ibsame 528 keessaa paartiin biyya bulchu Badhaadhinni teessuma 523 argateera. Paartiin EZEMA barcuma tokko argateera. ABO teessoo Caffee hin arganne.