Kongiresiin Ameerikaa seera aangoo waraana labsuu Tiraamp daangessu dabarse

Wait 5 sec.

Kongiresiin Ameerikaa seera aangoo aangoo waraana labsuu pirezidaantii biyyattii daangessu sagalee caalman dabarse.