Olii Taammiraat : Nama muuziqaan Haacaaluu pilaatfoormii 150 oliin addunyaarratti akka dhaggeeffatamu gochuu duuba jiruun walbaraa

Wait 5 sec.

Hojiiwwan muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa qulqullinaa fi sadarkaa isaanii eeggatanii tooftaalee tamsaasaa bebbeekamoo akka Itunes, Amazon music, apple music, spotify fi kaanirra kan bahan bara 2021 keessa ture. Ogeessi hojiiwwan aartist Haacaaluu pilaatfoormiiwwan kanneen irratti akka bahan gumaacha olaanaa godhe keessaa Olii Taammiraat tokko