Hawaa keessa fageenya dheeraa ta'e imaluun qaama namaarratti dhiibbaa guddaa waan qabuuf gara pilaaneetota kunneeniitti imaluun mataansaa qormaata tokko. Wayita gara pilaaneetota kunneeniitti imallutti adeemsi walhormaataa miidhaa jala gala, akkamiin akka ta'e saayintistoonni hubannoo ga'aa argachuu baatanis.