Barataa A+ 35 galmeessuun Meedaaliyaa Warqee badhaafamuun eebbifame, Antii Mitikkuu

Wait 5 sec.

Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –Barataa Antii Mitikkuu koorsiiwwan 49 keessaa koorsiiwwan 35 A + koorsiiwwan 13 ammoo A galmeessuun Yuunivarsiitii Odaa Bultumirraa meedaaliyaa Warqeen eebbifame.Barataa Antii Mitikkuu Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti Muummee Saayinsii Meedikaal Laabiraatoorii barataa ture.Koorsiiwwan 49 keessaa koorsii 35 A+, koorsii 13 immoo A, koorsii tokko qofa A- galmeessuun qabxii waliigalaa 3.99 fiduun eebbifame.Yeroo hunda kaayyoo ofii beekuun yerootti sirnaan fayyadamuun milkaa’uun ni danda’ama jedhe barataa Antii Mitikkuun.Nageessoo Kadiirtu gabaase.#Oromia #Ethiopia