Ajandaa 8ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata?

Wait 5 sec.

Ajandaa 8ffaa – Ijaarsa Nageenyaa8.1 Sababoota waldhabdee fi karaalee itti hiikan8.2 Walitti bu’iinsaa fi Garee hidhate ilaalchisee8.3 Bu’uuralee Nageenya Waareessuu8.4 Beekumsa aadaan waldhabdee hiikuu,cimsuu fi walitti makamuu ammayyaa8.4.1 Beekumsa Aadaa fi bu’uura Seeraa8.4.2 Dhimma Aaraa fi Dhiifamaa8.4.3 Waliigalteewwan dhukaasa dhaabuu fi Nageenyaa8.4.4 Haqa Ce’umsaa8.5. Adeemsa ijaarsa nageenyaa keessatti gahee dhaabbilee amantaa