Finfinnee, Onkololeessa 1, 2019 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee jalqabaan Shaggar Buna Itiyoophiyaa injifateera.Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee taphatameen Shaggar galchii 1 fi 0’n Buna Itiyoophiyaa injifateera.Taphoota biroon Bahiirdaar galchii 1 fi 0’n Hadiyyaa Hosaa’inaa, Machaal galchii 1 fi 0’n Hawaasaa injifataniiru.#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa