MM Abiya gaggeessaa Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu waliin dubbachuusaanii fuula X irratti kan barreessan yoo ta'u, dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii akkasumas dhimmoota naannoo irrattis mariyachuu ibsan.