Itoophiyaan xalayaa Mana Maree UN'f barreessiteen Eertiraan 'na weerarte' jette

Wait 5 sec.

Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Dr Geediyoon Ximootiyoos Mana Maree Nageenyaa UN'f haala waktaawaa irratti xalayaa barreessuun Eertiraan ''daangaa Itoophiyaa cabsitee seenuun weerara raawwatteetti'' jedhan.