Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennaniiru.Haaluma Kanaan:-1. Diyaaqon Daani’eel Kibrat- Waajjira Ministira Muummeetti Sadarkaa Ministiraatti Itti gaafatamaa Damee Hordoffii Deeliiverii2. Ambaasaaddar Naasisee Caalii- Waajjira Ministira Muummeetti Sadarkaa Ministiraatti Itti gaafatamtuu Damee Hordoffii ENFI3. Dooktar Biqilaa Hurriisaa- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii4. Obbo Fissahaa Dassaalanyi- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii5. Dooktar Darajjee Dhugumaa- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii6. Obbo Tasfaahuun Goobazaay- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii7. Obbo Habtaamuu Siisaay- Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii#MootummaaIda’amuu