Finfinnee, Fulbaana 29, 2019 (FMC) — Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tajaajila balalii idilee gara Maqalee yeroof addaan kutee ture Onkoloolessa 1, 2019 irraa kaasee akka jalqabu beeksiseera.Kana malees, maamiltoonni tikeetii fi bakka balalii dabaree qabsiifachuu akka danda’an Daandiin Qilleensichaa beeksiseera.