Ji'a 19 dirqamee ba'een booda Maqaleetti kan deebiye Obbo Getaachoo Raddaa maal jedhe?

Wait 5 sec.

Hoggantoonni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Maqalee dabalatee magaalota Tigraay hedduu keessaa erga bahanii booda naannichi Komaand Postii mootummaa Federaala jala akka turuu fi Tigraay keessatti filannoon akka gaggeeffamu Obbo Getaachoo Raddaa himeera.