'Akka lammii tokkotti yoo ta'e maleefedhii dhuunfaa hinqabu' - Aadde Adaanech

Wait 5 sec.

Godina Arsii Aanaa Asakoo keessatti dhalatanii kan guddatan Aadde Adaanach Abeebee, dubartoota dirree siyaasaa Itoophiyaa keessatti adda durummaan mul'atan keessaa tokko.