Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo'ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

Wait 5 sec.

Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa sochii "Tsimdoo" jedhamuun wal-qabatee, yaaddoon "birmadummaa Itoophiyaa" irratti aggaamamu' yoo jiraate tarkaanfii fudhatu ilaalchisee hawaasa dippilomaasii biyya keessa jiruuf beeksisuu isaa ibse.