Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.Tapha sa’aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen sa’aatii idileetti 2fi 2’n qixa ba’uun rukuttaa adda baastuu kennameen 4 fi 3’n injifachuu danda’eera.Haaluma kanaan Bunni Sidaamaa tapha xumuraatiin Yuuniivarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin kan falmatu ta’a.#Oromia Itiyoophiyaa