Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta’e.Tapha mo’anii darbuu har’a taphatameen Itiyoophiyaan rukkuttaa adda bahiinsaan Moozaambiikiin injifatamuun waancaa Addunyaan ala taateetti.