Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Qindeessa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid Al-Adahaa( Arafaa) kuma 1 fi 447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.Obbo Adam Faaraah ergaa isaaniin, hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi baga Ayyaana Arafaa bara Hijiraa kuma 1 fi 447ffaan nagaan geessan, geenye jedhaniiru.#Oromia #Ethiopia