Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Godina Booranaa Naannoo filannoo Yaaballootti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira.Naannoo filannoo Yaaballootti buufataalee filannoo183 kan jiru yoo ta’u, meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu itti gaafatamaan Naannoo filannoo Yaaballoo obbo Saamsoon Xilaahun ibsaniiru.#Oromia #Ethiopia