Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam sagalee kennan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Naannoo Filannoo 24tti argamuun sagalee isaanii kennan.#Oromia #Ethiopia