Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hirmaachuuf qophii xumurre jedhan jiraattootni Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo.Qaama nu gaggeessuu danda’u kaardii keenyaan aangomsuuf qophoofnerra jedhan.Meeshaaleen filannoof barbaachisan buufataalee filannoo 97’f raabsamuu qindeessaan filannoo aanicha obbo Biruuk Taarikuun ibsaniiru.Aminaa Abdallah#Oromia #Ethiopia