ABO'n 'weerara lafa 'daangaalee Oromiyarratti gaggeeffamaa jira' jedhu balaaleffate

Wait 5 sec.

Addi Bilisummaa Oromoo ''Godinoota Oromiyaa cufatti sadarkaa jechuun danda'amuun'' lolli daangaa Oromiyaa sarbuuf adeemaa akka jiru ibsuun tarkaanfii kanan balaaleffate.''Weerarri babal'ifannaa lafaa daangaalee Oromiyaa adeemu karaa kamiinuu fudhatama hin qabu'' jedhe.