Qa’ee gaarummaatti gocha gaarummaa dabalataa…

Wait 5 sec.

Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Kantiibaan maagaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Nyaataa Tasfaa Birhaan 29ffaa hojii eegalchiisaniiru.Kutaa Magaalaa Lidataatti Giddugala 3ffaa fi akka Magaalaa Finfinneetti ammoo 29ffaa kan ta’e Kutaa Magaalaa Lidataatti hojii eegalchiisaniiru.Jiraattoota manneen 492 keessa jiraatan kuma 2 fi 460, keessattuu Maanguddoota, lammiilee rakkoolee hawaasummaaf saaxilaman, kaafamtoota misoomaafi kanneen Qa’ee Gaarummaa keessatti deeggarsa barbaadaniif har’a hojii gaarummaa dabalataa hojii eegalchiifneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.Qa’ee gaarummaatti gocha gaarummaa dabalataa hojjenne jedhan.#Oromia #Ethiopia