Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphataan sarara gidduu Maanchiister Yuunaayitiid Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa kilabichaa jedhamuun filatameera.Yeroo 5ffaaf taphata cimaa kilabichaa jedhameera.Biruunoo Farnaandez bara taphaa kana taphoota 33 irratti kubbaawwan galchii ta’an 19 mijeesseera.Taphatichi Kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 keessattis hammatameera.#Oromia #Ethiopia