Tiraamp fi Netaaniyaahuun waa'ee araara Iraan marii "muddamaa guute" taasisuun himame

Wait 5 sec.

Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi Ministirri Muummee Israa’el Beenjaamiin Netaaniyaahuu dhimma Iraan ilaalchisuun Kibxatamarii “muddamaan guutame” taasisuun gabaafameera.Jarri lamaan marii karaa bilbilaan Ministira Muummee Israa’eliin “guddaa aarse” taasisuu isaanii maddi oduu Ameerikaa Aksiyoos gabaaseera.