Hiriira deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kilaastera Sulultaatti

Wait 5 sec.

Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duulli nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa magaalaa shaggar kutaa magaalaa sulultaatti gaggeeffamaa jira.Hirriia deeggarsaa kana irratti miseensonnii fi deeggartoonni paartichaa, kutaaleen hawaasaa, abbootiin Gadaa fi haadholiin Siinqee aanaalee kutaa magaalaa Sulultaa fi Mana Abbichuu argamaniiru.Kutaaleen hawaasaa kunneen dhaadannoowwan adda addaa dhageessisaa deeggarsa paartichaaf qaban mul’isaa jiru.#Oromia #Ethiopia