Shamarree Keeniyaa umriinshee waggaa 19 ta'e Abigeel Kendii rakkoo fayyaa akkasiitu mudate. Kalee tokkittii jireenyasheef murteessaa taate qabdi. Gadameessa lama, ulaa gadameessaa lamaa fi buqushaa lama waliin dhalatte.