Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabe jedhan Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen.Galiin argames kan bara darbeen yoo madaalame Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 16 ol caalmaa qabaachuu kaasan.#Oromia #Ethiopia