Finfinnee, Sadaasa 2, 2019 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii COP-31 cinaatti Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’ataniiru.Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan sheek Mahaammad waliin haala waaqtaawaa Somaaliyaa fi dhimmoota naannawichaarratti yaadota wal jijjiireerra jedhan.Dooktar Abiy Ahimad nageneyaa fi tasgabbii naannawichaa waaraan mirkaneessuuf mariin itti fufiinsa qabuu fi tumsi barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa