Jiraattootni Tigraay naannoo daangaa Baadimmee fi Shiraaroo jiran lama naannoo dangaa Ertiraatti muddamni guddaan akka jiru BBC'f mirkaneessuun, loltoonni humnoota Tigraay fi Ertiraa waliin ta'uun naannoo Baadimeetti dhukaasa gurguddaa raawwataa jiru.