Ilmi hoogganaa dhimma nageenya Tigraay akkamiin ajjeefame?

Wait 5 sec.

Taateen Mawaala lubbuu galaafate haala nageenya naannawa Maqaleefi muddama qaamolee hidhataniifi gartuuwwan siyaasaa gidduu jiru irratti waan akeeku qaba.