Gamoon Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa Kiiloo Afur jiru siyaasa Itoophiyaa keessatti taatewwan heddu keessummeessera.Gamoo kana keessaa labsiiwwan garaa garaa heddu bahaniiru. Bakka waraanni itti labsame, araarri itti bu'e ta'eera.